Maatewos 22:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Mootummaan samii, mootii ilma isaatiif cidha gaaʼelaa+ qopheessee wajjin wal fakkaata. Maatewos 25:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Utuu isaan bitachuu dhaqaa jiraniis misirrichi ni dhufe. Durboonni qophaaʼoo turan isaa wajjin gara cidha gaaʼelaa+ sanatti seenan; balballis ni cufame.
10 Utuu isaan bitachuu dhaqaa jiraniis misirrichi ni dhufe. Durboonni qophaaʼoo turan isaa wajjin gara cidha gaaʼelaa+ sanatti seenan; balballis ni cufame.