Luqaas 19:12, 13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaafuu akkana jedhe: “Namichi sanyii mootii taʼe tokko mootii taʼee deebiʼuuf gara biyya fagoo+ tokko dhaqe. 13 Garboota isaa keessaa kudhan ofitti waamee miinaa* kudhan isaanitti kennee, ‘Hangan dhufutti kanaan daldalaa’+ isaaniin jedhe.
12 Kanaafuu akkana jedhe: “Namichi sanyii mootii taʼe tokko mootii taʼee deebiʼuuf gara biyya fagoo+ tokko dhaqe. 13 Garboota isaa keessaa kudhan ofitti waamee miinaa* kudhan isaanitti kennee, ‘Hangan dhufutti kanaan daldalaa’+ isaaniin jedhe.