Maatewos 25:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Mootummaan samii nama biyya fagoo dhaquuf jedhee, garboota isaa ofitti waamee qabeenya isaa imaanaadhaan isaanitti kennee+ wajjin wal fakkaata. Maarqos 13:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Kun nama garboota isaatiif aangoo kennuudhaan, tokkoon tokkoon isaaniitiif hojii hojjetan kennee,+ inni balbala eegu dammaqee akka eegu+ erga ajajee booda, mana isaa dhiisee biyya fagoo dhaqee wajjin wal fakkaata. Yohaannis 18:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Yesuusis deebisee,+ “Mootummaan koo kutaa addunyaa kanaa miti.+ Mootummaan koo kutaa addunyaa kanaa utuu taʼee, Yihudootatti dabarfamee akkan hin kennamneef tajaajiltoonni koo anaaf lolu turan.+ Amma garuu Mootummaan koo addunyaa kana irraa miti” jedhe.
14 “Mootummaan samii nama biyya fagoo dhaquuf jedhee, garboota isaa ofitti waamee qabeenya isaa imaanaadhaan isaanitti kennee+ wajjin wal fakkaata.
34 Kun nama garboota isaatiif aangoo kennuudhaan, tokkoon tokkoon isaaniitiif hojii hojjetan kennee,+ inni balbala eegu dammaqee akka eegu+ erga ajajee booda, mana isaa dhiisee biyya fagoo dhaqee wajjin wal fakkaata.
36 Yesuusis deebisee,+ “Mootummaan koo kutaa addunyaa kanaa miti.+ Mootummaan koo kutaa addunyaa kanaa utuu taʼee, Yihudootatti dabarfamee akkan hin kennamneef tajaajiltoonni koo anaaf lolu turan.+ Amma garuu Mootummaan koo addunyaa kana irraa miti” jedhe.