LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 19:20-23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Garbichi inni kan biraan garuu dhufee akkana jedhe: ‘Yaa Gooftaa, miinaan kee inni ani huccuudhaan maree dhoksee kaaʼe kunoo ti. 21 Ilaa, ati nama hamaa waan taateef sin sodaadhe; ati wanta hin keenye ni fudhatta, wanta hin facaafannes ni haammatta.’+ 22 Innis akkana isaan jedhe: ‘Garbicha hamaa nana, wantuma ati dubbatteenan sitti murteessa. Ani nama hamaa wantan hin keenye fudhadhu, wantan hin facaafannes haammadhu taʼuu koo beekta turtee?+ 23 Maarree, maallaqa* koo maaliif warra maallaqa jijjiiran bira naaf hin keenye? Silaa yommuun deebiʼee dhufu dhala isaa wajjin nan fudhadhan ture.’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi