Ibroota 13:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Keessummoota simachuu* hin dagatinaa;+ sababiin isaas, namoonni tokko tokko utuu hin beekin karaa kanaan maleekota simataniiru.+ 3 Yohaannis 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yaa obboleessa jaallatamaa, ati isaan beekuu baattus, wanta obbolootaaf gooteen amanamaa taʼuu kee argisiisteetta.+
2 Keessummoota simachuu* hin dagatinaa;+ sababiin isaas, namoonni tokko tokko utuu hin beekin karaa kanaan maleekota simataniiru.+
5 Yaa obboleessa jaallatamaa, ati isaan beekuu baattus, wanta obbolootaaf gooteen amanamaa taʼuu kee argisiisteetta.+