LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 4:9-12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis gara Yerusaalemitti isa geessee fiixee* gamoo mana qulqullummaa irra isa dhaabbachiisee akkana isaan jedhe: “Ilma Waaqayyoo yoo taate mee as irraa gad of darbadhu;+ 10 sababiin isaas, akkana jedhamee barreeffameera: ‘Akka si eeganiif, inni maleekota isaa siif ni ajaja,’ 11 akkasumas, ‘Miilli kee dhagaatti akka hin rukutamneef isaan harka isaaniitti si baatu.’”+ 12 Yesuusis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* hin qorin’+ jedhameera” isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi