-
Maatewos 4:5-7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis Diyaabilos gara magaalaa qulqulluutti+ isa geessee fiixee gamoo mana qulqullummaa irra isa dhaabbachiisee+ 6 akkana isaan jedhe: “Ilma Waaqayyoo yoo taate mee gad of darbadhu; sababiin isaas, ‘Inni maleekota isaa siif ni ajaja’ akkasumas, ‘Miilli kee dhagaatti akka hin rukutamneef isaan harka isaaniitti si baatu’+ jedhamee barreeffameera.” 7 Yesuusis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* hin qorin’+ kan jedhus barreeffameera” isaan jedhe.
-