-
Maarqos 14:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Ishiin wanta dandeessu gooteetti; zayitii urgaaʼu kana dursitee qaama koo irratti dhangalaastee awwaalaaf na qopheessiteetti.+
-
-
Yohaannis 12:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Yeroo kanatti Yesuus akkana jedhe: “Ishii dhiisaa, ishiin kana kan goote barsiifata kana raawwachuudhaan guyyaan itti awwaalamuuf na qopheessuufi.+
-