-
Maatewos 26:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Ishiin zayitii urgaaʼu kana qaama koo irratti dhangalaastee awwaalaaf na qopheessiteetti.+
-
-
Maarqos 14:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Ishiin wanta dandeessu gooteetti; zayitii urgaaʼu kana dursitee qaama koo irratti dhangalaastee awwaalaaf na qopheessiteetti.+
-