LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 14:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Warra Kudha Lamaan keessaa tokko kan taʼe Yihudaa Asqorotichi, Yesuusiin dabarsee isaanitti kennuuf gara dura buutota lubootaa dhaqe.+ 11 Isaanis yeroo kana dhagaʼan, gammadanii maallaqa meetii isaaf kennuuf waadaa galan.+ Kanaafuu, inni dabarsee isa kennuuf carraa barbaaduu jalqabe.

  • Luqaas 22:3-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yeroo kanatti Seexanni, Yihudaa isa Asqoroticha jedhamuu fi warra Kudha Lamaan keessaa tokko taʼee lakkaaʼametti gale;+ 4 innis akkamitti dabarsee isaanitti akka isa kennu, dhaqee dura buutota lubootaa fi dura buutota eegdota mana qulqullummaa wajjin mariʼate.+ 5 Isaanis kanatti gammadanii maallaqa meetii isaaf kennuuf walii galan.+ 6 Kanaafuu, inni kanatti walii galee bakka namoonni hedduun hin jirretti dabarsee isa kennuuf carraa gaarii barbaaduu jalqabe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi