-
Luqaas 22:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 “Garuu kunoo, harki isa dabarsee na kennu sanaa anaa wajjin maaddii irra jira.+
-
-
Yohaannis 13:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Yesuusis, “Isa ani daabboo cabduu kana cuuphee kennuuf sana dha” jedhee deebise.+ Kanaafuu, daabboo sana erga cuuphee booda, fuudhee Yihudaa ilma Simoon Asqorotichaatiif kenne.
-