LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 14:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Utuu maaddiitti dhihaatanii nyaachaa jiraniis, “Dhuguman isiniin jedha, isin keessaa inni anaa wajjin nyaatu tokko dabarsee na kenna”+ jedhe.

  • Yohaannis 13:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Ani waaʼee hunda keessanii dubbachaa hin jiru; ani warran filadhe beeka. Kun kan taʼe garuu, wanti Kitaabonni Qulqulluun, ‘Inni nyaata koo nyaachaa ture koomee isaa ana irratti kaaseera’*+ jedhanii dubbatan akka raawwatamuufi.+

  • Yohaannis 13:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Yesuusis, “Isa ani daabboo cabduu kana cuuphee kennuuf sana dha” jedhee deebise.+ Kanaafuu, daabboo sana erga cuuphee booda, fuudhee Yihudaa ilma Simoon Asqorotichaatiif kenne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi