-
Luqaas 22:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 “Garuu kunoo, harki isa dabarsee na kennu sanaa anaa wajjin maaddii irra jira.+
-
-
Luqaas 22:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Kanaafuu, isaan namni isaan keessaa kana gochuuf jedhu eenyu akka taʼe wal gaggaafachuu jalqaban.+
-