-
Maatewos 26:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Isaanis kanatti baayʼee gaddanii, hundi isaanii tokko tokkoon, “Yaa Gooftaa, ana taʼinnaa laata?” isaan jechuu jalqaban.
-
-
Luqaas 22:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Kanaafuu, isaan namni isaan keessaa kana gochuuf jedhu eenyu akka taʼe wal gaggaafachuu jalqaban.+
-