-
Maatewos 26:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Isaanis kanatti baayʼee gaddanii, hundi isaanii tokko tokkoon, “Yaa Gooftaa, ana taʼinnaa laata?” isaan jechuu jalqaban.
-
-
Maarqos 14:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Isaanis baayʼee gaddanii, tokko tokkoon, “Ana taʼinnaa laata?” isaan jechuu jalqaban.
-
-
Yohaannis 13:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Barattoonni isaas inni waaʼee eenyuu dubbachaa akka jiru wallaalanii wal ilaaluu jalqaban.+
-