-
Luqaas 22:21-23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 “Garuu kunoo, harki isa dabarsee na kennu sanaa anaa wajjin maaddii irra jira.+ 22 Ilmi namaa akkuma dursee murteeffametti karaa isaa ni deema;+ nama karaa isaa inni dabarfamee kennamu sanaaf garuu wayyoo!”+ 23 Kanaafuu, isaan namni isaan keessaa kana gochuuf jedhu eenyu akka taʼe wal gaggaafachuu jalqaban.+
-