Luqaas 22:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yeroo kanatti Seexanni, Yihudaa isa Asqoroticha jedhamuu fi warra Kudha Lamaan keessaa tokko taʼee lakkaaʼametti gale;+ Yohaannis 13:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ani waaʼee hunda keessanii dubbachaa hin jiru; ani warran filadhe beeka. Kun kan taʼe garuu, wanti Kitaabonni Qulqulluun, ‘Inni nyaata koo nyaachaa ture koomee isaa ana irratti kaaseera’*+ jedhanii dubbatan akka raawwatamuufi.+
3 Yeroo kanatti Seexanni, Yihudaa isa Asqoroticha jedhamuu fi warra Kudha Lamaan keessaa tokko taʼee lakkaaʼametti gale;+
18 Ani waaʼee hunda keessanii dubbachaa hin jiru; ani warran filadhe beeka. Kun kan taʼe garuu, wanti Kitaabonni Qulqulluun, ‘Inni nyaata koo nyaachaa ture koomee isaa ana irratti kaaseera’*+ jedhanii dubbatan akka raawwatamuufi.+