Faarfannaa 41:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Namni naa wajjin nagaa qabu, inni ani itti amanamu,+Inni nyaata koo nyaachaa ture koomee isaa ana irratti kaaseera.*+ Maatewos 26:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Innis akkana jedhee deebise: “Inni dabarsee na kennu, isa anaa wajjin saanii keessaa cuuphatu dha.+
9 Namni naa wajjin nagaa qabu, inni ani itti amanamu,+Inni nyaata koo nyaachaa ture koomee isaa ana irratti kaaseera.*+
23 Innis akkana jedhee deebise: “Inni dabarsee na kennu, isa anaa wajjin saanii keessaa cuuphatu dha.+