Yohaannis 17:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yeroon isaanii wajjin turetti, maqaa kee isa ati anaaf kennite sanaaf jedhee isaan eegaan ture;+ ani isaan eegeera; wanti Kitaabonni Qulqulluun jedhan akka raawwatamuuf,+ ilma badiisaa sana malee+ isaan keessaa tokko illee hin badne.+
12 Yeroon isaanii wajjin turetti, maqaa kee isa ati anaaf kennite sanaaf jedhee isaan eegaan ture;+ ani isaan eegeera; wanti Kitaabonni Qulqulluun jedhan akka raawwatamuuf,+ ilma badiisaa sana malee+ isaan keessaa tokko illee hin badne.+