Faarfannaa 41:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Namni naa wajjin nagaa qabu, inni ani itti amanamu,+Inni nyaata koo nyaachaa ture koomee isaa ana irratti kaaseera.*+ Faarfannaa 109:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Guyyoonni isaa haa xiqqaatan;+Mirga inni ilaaltuu ol aanaa taʼuudhaaf argate namni kan biraan haa fudhatu.+ Hojii Ergamootaa 1:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Sababiin isaas, kitaaba Faarfannaa keessatti, ‘Iddoon inni jiraatu haa onu, namni achi keessa jiraatu tokko illee hin argamin,’+ akkasumas ‘Mirga inni ilaaltuu ol aanaa taʼuudhaaf argate namni kan biraan haa fudhatu’+ jedhamee barreeffameera.
9 Namni naa wajjin nagaa qabu, inni ani itti amanamu,+Inni nyaata koo nyaachaa ture koomee isaa ana irratti kaaseera.*+
8 Guyyoonni isaa haa xiqqaatan;+Mirga inni ilaaltuu ol aanaa taʼuudhaaf argate namni kan biraan haa fudhatu.+
20 Sababiin isaas, kitaaba Faarfannaa keessatti, ‘Iddoon inni jiraatu haa onu, namni achi keessa jiraatu tokko illee hin argamin,’+ akkasumas ‘Mirga inni ilaaltuu ol aanaa taʼuudhaaf argate namni kan biraan haa fudhatu’+ jedhamee barreeffameera.