-
Hojii Ergamootaa 4:27, 28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Dhuguma iyyuu Heroodisii fi Phonxiyos Philaaxos+ sabootaa fi namoota Israaʼelii wajjin magaalaa kana keessatti walitti qabamuudhaan, tajaajilaa kee Yesuus isa qulqulluu isa ati dibde irratti yeroo kaʼanitti wantoonni kun raawwatamaniiru;+ 28 kunis kan taʼe wanti ati humna* kee fi fedhii keetiin dursitee murteessite akka raawwatamuufi.+
-