-
Luqaas 19:43, 44Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
43 Sababiin isaas, guyyaan diinonni kee sitti dhufanii, muka qara qabuun naannoo keetti dallaa ijaaranii sitti marsanii fi kallattii hundumaatiin itti si dhiphisan ni dhufa.+ 44 Isaan sii fi ijoollee kee warra si keessa jiran lafatti dabalu;+ ati yeroo itti qoratamte waan hin hubanneef, isaan si keessatti dhagaa dhagaa irratti hin dhiisan.”+
-