LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 24:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Innis deebisee, “Wantoota kana hunda ni argitu mitii? Dhuguman isiniin jedha, dhagaan kun utuu hin jigin matumaa akka wal irra kaaʼametti hin hafu”+ isaaniin jedhe.

  • Maarqos 13:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yesuus garuu, “Gamoowwan guguddaa kana ilaaltaa? Dhagaan kun utuu hin jigin matumaa akka wal irra kaaʼametti hin hafu”+ isaan jedhe.

  • Luqaas 21:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yesuus, “Wanti isin amma ilaaltan kun hundi guyyaan itti diigamu ni dhufa; dhagaan dhagaa irra akka kaaʼametti hin hafu”+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi