-
Maarqos 13:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Yesuus mana qulqullummaa keessaa baʼee utuu deemaa jiruu barattoota isaa keessaa tokko, “Barsiisaa, dhagootaa fi gamoowwan ajaaʼibsiisoo kana ilaali!”+ isaan jedhe. 2 Yesuus garuu, “Gamoowwan guguddaa kana ilaaltaa? Dhagaan kun utuu hin jigin matumaa akka wal irra kaaʼametti hin hafu”+ isaan jedhe.
-