LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 24:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yesuus mana qulqullummaa keessaa baʼee utuu deemaa jiruu, barattoonni isaa gamoowwan mana qulqullummaa isatti argisiisuuf gara isaa dhufan. 2 Innis deebisee, “Wantoota kana hunda ni argitu mitii? Dhuguman isiniin jedha, dhagaan kun utuu hin jigin matumaa akka wal irra kaaʼametti hin hafu”+ isaaniin jedhe.

  • Maarqos 13:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yesuus mana qulqullummaa keessaa baʼee utuu deemaa jiruu barattoota isaa keessaa tokko, “Barsiisaa, dhagootaa fi gamoowwan ajaaʼibsiisoo kana ilaali!”+ isaan jedhe. 2 Yesuus garuu, “Gamoowwan guguddaa kana ilaaltaa? Dhagaan kun utuu hin jigin matumaa akka wal irra kaaʼametti hin hafu”+ isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi