-
Maatewos 24:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Yesuus mana qulqullummaa keessaa baʼee utuu deemaa jiruu, barattoonni isaa gamoowwan mana qulqullummaa isatti argisiisuuf gara isaa dhufan.
-