LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Magaalota keessan goraadeedhaaf dabarsee nan kenna;+ iddoowwan qulqulluu keessanis ona nan godha; aarsaawwan keessan warra urgaan isaanii gammachiisu* hin urgeeffadhu.

  • Maatewos 24:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Innis deebisee, “Wantoota kana hunda ni argitu mitii? Dhuguman isiniin jedha, dhagaan kun utuu hin jigin matumaa akka wal irra kaaʼametti hin hafu”+ isaaniin jedhe.

  • Luqaas 19:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Isaan sii fi ijoollee kee warra si keessa jiran lafatti dabalu;+ ati yeroo itti qoratamte waan hin hubanneef, isaan si keessatti dhagaa dhagaa irratti hin dhiisan.”+

  • Luqaas 21:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yesuus, “Wanti isin amma ilaaltan kun hundi guyyaan itti diigamu ni dhufa; dhagaan dhagaa irra akka kaaʼametti hin hafu”+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi