LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 9:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 “Torban 62 booda Masiihiichi ni ajjeefama;+ wanti isaaf hafus hin jiraatu.+

      “Namoonni geggeessaa isa dhufu sanaas magaalattii fi iddoo qulqulluu sana ni balleessu.+ Dhumni isaas lolaadhaan ni taʼa. Hamma dhumaatti waraanni ni jiraata; wanti irratti murteeffames badiisa dha.+

  • Maatewos 23:37, 38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 “Yaa Yerusaalem, yaa Yerusaalem, raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu,+ akkuma lukkuun cuucota ishii qoochoo* ishii jalatti walitti qabdu ijoollee kee siʼa meeqan walitti qabuu barbaade! Isin garuu hin barbaanne.+ 38 Kunoo, manni keessan isiniif ni dhiifama.*+

  • Maatewos 24:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Kanaafuu, akkuma Daaniʼel raajichi dubbate wanti balfamaan badiisa geessisu iddoo qulqulluu dhaabbatee yommuu argitan+ (inni dubbisu haa hubatu), 16 yeroo sanatti warri Yihudaa keessa jiran gara gaarotaatti haa baqatan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi