Maarqos 14:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Ilmi namaa akkuma waaʼeen isaa barreeffametti ni deema; isa karaa isaa Ilmi namaa dabarfamee kennamu sanaaf garuu wayyoo!+ Namni sun utuu dhalachuu baatee isaaf wayya ture.”+
21 Ilmi namaa akkuma waaʼeen isaa barreeffametti ni deema; isa karaa isaa Ilmi namaa dabarfamee kennamu sanaaf garuu wayyoo!+ Namni sun utuu dhalachuu baatee isaaf wayya ture.”+