Maatewos 26:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Dhugaa dha, Ilmi namaa akkuma waaʼeen isaa barreeffametti ni deema; isa karaa isaa Ilmi namaa dabarfamee kennamu+ sanaaf garuu wayyoo!+ Namni sun utuu dhalachuu baatee isaaf wayya ture.”+
24 Dhugaa dha, Ilmi namaa akkuma waaʼeen isaa barreeffametti ni deema; isa karaa isaa Ilmi namaa dabarfamee kennamu+ sanaaf garuu wayyoo!+ Namni sun utuu dhalachuu baatee isaaf wayya ture.”+