-
Hojii Ergamootaa 8:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Kutaan Kitaabota Qulqulluu inni dubbisaa ture sun akkana jedha: “Inni akkuma hoolaatti qalmaaf ni geeffame; akkuma xobbaallaan hoolaa nama rifeensa irraa muru duratti calluma jettu, innis akkasuma afaan isaa hin saaqqanne.+
-