Maarqos 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yohaannis erga hidhamee booda, Yesuus misiraachoo Waaqayyoo lallabaa+ gara Galiilaa dhaqe;+ Luqaas 4:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Sana booda Yesuus humna hafuuraatiin gara Galiilaatti deebiʼe.+ Oduu gaggaariin waaʼee isaa dubbatamus biyya naannoo sana jiru hundumaa keessatti ni babalʼate.
14 Sana booda Yesuus humna hafuuraatiin gara Galiilaatti deebiʼe.+ Oduu gaggaariin waaʼee isaa dubbatamus biyya naannoo sana jiru hundumaa keessatti ni babalʼate.