LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 5:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Kanaafuu, isaan fidanii yaaʼii Saanhedriin dura isaan dhaaban. Achiis lubni ol aanaan gaaffiidhaan isaan qoruu jalqabe; 28 achiis, “Maqaa kanaan akka hin barsiisne cimsinee isin ajajnee turre;+ isin garuu kunoo, Yerusaalemiin barumsa keessaniin guuttaniittu; dhiiga namicha kanaas nu irratti fiduuf kutattaniittu” isaaniin jedhe.+

  • 1 Tasalonqee 2:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yaa obbolootaa, isin fakkeenya gumiiwwan Waaqayyoo warra Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabanii fi Yihudaa keessa jiranii hordoftaniittu; sababiin isaas, akkuma namoota biyya keessanii irraa rakkinni isin irra gaʼe,+ isaanis Yihudoota irraa rakkinni isaan irra gaʼaa jira; 15 Yihudoonni Gooftaa Yesuusii fi raajota illee ajjeesaniiru;+ nuunis ariʼataniiru.+ Kana malees, isaan Waaqayyoon gammachiisaa hin jiran; kanaa mannaa, wanta namoota hundumaa fayyadu mormu;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi