LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 15:16-20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Loltoonni sun gara mooraa sanaatti, jechuunis gara mana bulchaa sanaatti erga isa geessanii booda loltoota hunda walitti qaban.+ 17 Achiis uffata bifa dhiilgee itti uwwisan; qoree irraas gonfoo dhaʼanii mataa isaa irra kaaʼan; 18 achiis sagalee guddaadhaan, “Yaa Mootii Yihudootaa, nagaan siif haa taʼu!”+ isaan jechuu jalqaban. 19 Akkasumas ulee shomboqqootiin mataa isaa rukutan, itti tufan, jilbeenfataniis isaaf sagadan. 20 Dhuma irrattis erga itti qoosanii booda, uffata bifa dhiilgee sana irraa baasanii uffata isaa deebisanii itti uwwisan. Achiis muka irratti isa fannisuuf fuudhanii deeman.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi