Yohaannis 19:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Loltoonnis qoree irraa gonfoo dhaʼanii mataa isaa irra kaaʼan; uffata bifa dhiilgee qabus itti uwwisan;+ 3 gara isaatti dhihaataniis, “Yaa Mootii Yihudootaa, nagaan siif haa taʼu!” jedhu turan. Akkasumas isa kabalu turan.+
2 Loltoonnis qoree irraa gonfoo dhaʼanii mataa isaa irra kaaʼan; uffata bifa dhiilgee qabus itti uwwisan;+ 3 gara isaatti dhihaataniis, “Yaa Mootii Yihudootaa, nagaan siif haa taʼu!” jedhu turan. Akkasumas isa kabalu turan.+