LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 27:27-29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Achiis loltoonni bulchaa sanaa Yesuusiin fuudhanii gara mana bulchaa sanaatti geessan; sana booda loltoota hunda naannoo isaatti walitti qaban.+ 28 Uffata isaa irraa baasaniis uffata diimaa itti uwwisan;+ 29 qoree irraa gonfoo dhaʼanii mataa isaa irra kaaʼan; harka isaa mirgaatiinis ulee shomboqqoo isa qabsiisan. Isa duratti jilbeenfataniis, “Yaa Mootii Yihudootaa, nagaan siif haa taʼu!” jedhanii itti qoosan.

  • Maarqos 15:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Loltoonni sun gara mooraa sanaatti, jechuunis gara mana bulchaa sanaatti erga isa geessanii booda loltoota hunda walitti qaban.+ 17 Achiis uffata bifa dhiilgee itti uwwisan; qoree irraas gonfoo dhaʼanii mataa isaa irra kaaʼan;

  • Luqaas 23:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis Heroodis loltoota isaa wajjin taʼee isa salphise;+ uffata bareedaa itti uwwisuudhaan erga isatti qoosee+ booda deebisee gara Philaaxositti isa erge.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi