LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 13:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Inni lafa dhagaa irratti facaafame immoo, isa dubbicha dhagaʼee yeruma sana gammachuudhaan fudhatu dha.+ 21 Taʼus, dubbichi isa keessatti hidda waan hin godhanneef yeroo muraasaaf qofa tura; sababii dubbichaatiin yommuu rakkinni yookiin ariʼatamni isa irra gaʼu yeruma sana ni gufata.

  • Luqaas 8:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Warri dhagaa irra buʼan warra yommuu dubbicha dhagaʼan gammachuudhaan fudhatani dha; haa taʼu malee, hidda hin qaban. Yeroo muraasaaf kan amanan taʼus, yeroo qorumsaatti garuu ni kufu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi