LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 13:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Innis deebisee akkana jedhe: “Iccitii qulqulluu+ Mootummaa samii hubachuun isiniif kennameera; isaaniif garuu hin kennamne.

  • Maatewos 13:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Yesuus wantoota kana hunda fakkeenyaan namoota sanatti dubbate. Eeyyee, fakkeenyaan malee isaanitti hin dubbatu ture;+ 35 kanas kan godhe wanta karaa raajichaa, “Ani fakkeenyaan afaan koo nan banadha; wantoota jalqabumaa* kaasee dhokfaman nan labsa”+ jedhamee dubbatame raawwachuufi.

  • Maarqos 4:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Innis akkana isaaniin jedhe: “Iccitii qulqulluun+ Mootummaa Waaqayyoo isiniif kennameera; warra ala jiranitti garuu wanti hundi fakkeenyaan himama;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi