Maatewos 4:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Achiis Diyaabilos isa dhiisee deeme;+ maleekonnis dhufanii isa tajaajiluu jalqaban.+