-
Luqaas 8:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Achiis qarqara galaanaa naannoo Gergesenoon+ keessatti, Galiilaa gamatti argamu gaʼan. 27 Akkuma Yesuus bidiruu irraa buʼeen, namni jinniidhaan qabamee fi magaalaa naannoo sanaa tokko keessa jiraatu isatti dhufe. Namni kun yeroo dheeraadhaaf uffata hin uffatu ture; akkasumas mana keessa utuu hin taʼin awwaala* gidduu jiraata ture.+
-