-
Luqaas 8:38, 39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Haa taʼu malee, namichi jinniiwwan keessaa baʼan sun isaa wajjin deemuuf cimsee isa kadhate; Yesuus garuu akkana jedhee of biraa isa geggeesse:+ 39 “Gara qeʼee keetti deebiʼiitii wanta Waaqayyo siif godhe dubbadhu.” Kanaafuu, namichi achii deemee wanta Yesuus isaaf godhe guutummaa magaalattiitti lallabe.
-