LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 9:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Utuu inni wanta kana isaanitti himaa jiruu, bulchaan tokko gara isaa dhufee erga isaaf sagadee booda, “Intalli too yoona duuteetti; garuu kottuutii harka kee ishii irra kaaʼi; ishiinis deebitee jiraatti”+ isaan jedhe.

  • Luqaas 8:41, 42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Yeroo kanatti namni Yaayiros jedhamu tokko ni dhufe; namni kun geggeessaa mana sagadaa ture. Inni miila Yesuus irratti kufee gara mana isaa akka dhufu isa kadhachuu jalqabe;+ 42 sababiin isaas, intalli isaa takkittiin umuriin ishii waggaa 12 taʼe duʼuu jala geessee turte.

      Yesuus utuu deemaa jiruu namoonni hedduun isa dhiibu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi