LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 17:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yesuus guyyaa jaʼa booda Pheexiros, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoob Yohaannisiin kophaa isaanii fudhatee gaara dheeraa tokkotti ol baʼe.+

  • Maatewos 26:36, 37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Sana booda Yesuus isaanii wajjin gara bakka Getesemaanee+ jedhamu dhufe; barattoota isaatiinis, “Ani yommuun achi dhaqee kadhadhu isin asuma taaʼaa”+ jedhe. 37 Achiis Pheexirosii fi ilmaan Zabdewos lamaan fudhatee deemee, gadduu fi akka malee jeeqamuu jalqabe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi