Luqaas 8:52 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 Yeroo kanatti, namoonni sun hundi ishiidhaaf booʼaa gaddaan qoma isaanii rurrukutu turan. Kanaafuu inni, “Hin booʼinaa,+ intalattiin rafaa jirti+ malee hin duune” jedhe. Yohaannis 11:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda itti dabalee, “Michuun keenya Alaazaar rafeera;+ anis isa dammaqsuuf achi nan dhaqa” jedhe.
52 Yeroo kanatti, namoonni sun hundi ishiidhaaf booʼaa gaddaan qoma isaanii rurrukutu turan. Kanaafuu inni, “Hin booʼinaa,+ intalattiin rafaa jirti+ malee hin duune” jedhe.
11 Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda itti dabalee, “Michuun keenya Alaazaar rafeera;+ anis isa dammaqsuuf achi nan dhaqa” jedhe.