Maatewos 10:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Maqaan ergamoota Yesuus 12nii kanatti fufee jira:+ Jalqaba, Simoon isa Pheexiros+ jedhamuu fi obboleessa isaa Indiriyaas,+ Yaaqoob ilma Zabdewosii fi obboleessa isaa Yohaannis,+
2 Maqaan ergamoota Yesuus 12nii kanatti fufee jira:+ Jalqaba, Simoon isa Pheexiros+ jedhamuu fi obboleessa isaa Indiriyaas,+ Yaaqoob ilma Zabdewosii fi obboleessa isaa Yohaannis,+