Hojii Ergamootaa 2:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Pheexirosis akkana isaaniin jedhe: “Yaada geddaradhaa;+ tokkoon tokkoon keessanis cubbuun keessan akka isiniif dhiifamuuf+ maqaa Yesuus Kiristoosiin cuuphamaa;+ hafuura qulqulluu isa Waaqayyo tola kennus ni fudhattu. Hojii Ergamootaa 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 “Kanaafuu, cubbuun keessan akka isinii haqamuuf+ yaada geddaradhaa,+ deebiʼaas;+ Yihowaa biraa* yeroon haareffamuu isiniif ni dhufa;
38 Pheexirosis akkana isaaniin jedhe: “Yaada geddaradhaa;+ tokkoon tokkoon keessanis cubbuun keessan akka isiniif dhiifamuuf+ maqaa Yesuus Kiristoosiin cuuphamaa;+ hafuura qulqulluu isa Waaqayyo tola kennus ni fudhattu.
19 “Kanaafuu, cubbuun keessan akka isinii haqamuuf+ yaada geddaradhaa,+ deebiʼaas;+ Yihowaa biraa* yeroon haareffamuu isiniif ni dhufa;