Yohaannis 6:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yesuus namoonni hedduun gara isaa yommuu dhufan ol jedhee ilaalee Filiphoosiin, “Daabboo namoonni kun nyaatan eessaa binna?”+ jedhe.
5 Yesuus namoonni hedduun gara isaa yommuu dhufan ol jedhee ilaalee Filiphoosiin, “Daabboo namoonni kun nyaatan eessaa binna?”+ jedhe.