LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 15:3-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Innis deebisee akkana isaaniin jedhe: “Isin aadaa keessaniif jettanii maaliif ajaja Waaqayyoo cabsitu?+ 4 Fakkeenyaaf Waaqayyo, ‘Abbaa kee fi haadha tee kabaji’+ akkasumas, ‘Namni abbaa isaa yookiin haadha isaatti wanta hamaa dubbatu* haa ajjeefamu’+ jedheera. 5 Isin garuu akkana jettu: ‘Namni abbaa isaatiin yookiin haadha isaatiin, “Wanti ani qabuu fi ittiin si gargaaruu dandaʼu hundi kennaa Waaqayyoof adda baafame dha”+ jedhu kam iyyuu 6 matumaa abbaa isaatiif ulfina kennuun isa hin barbaachisu.’ Kanaafuu, aadaa keessaniif jettanii dubbii Waaqayyoo gatii dhabsiistaniittu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi