LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 15:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Akka waan dubbii koo taʼeetti ajaja namootaa waan barsiisaniif, isaan akkanumaan na waaqeffatu.’”+

  • Maarqos 7:8-13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Isin ajaja Waaqayyoo dhiistanii aadaa namootaa cimsitanii hordoftu.”+

      9 Itti dabaluudhaanis akkana isaaniin jedhe: “Aadaa keessan eeguuf jettanii ajaja Waaqayyoo malaan dhiistu.+ 10 Fakkeenyaaf Museen, ‘Abbaa kee fi haadha tee kabaji’+ akkasumas, ‘Namni abbaa isaa yookiin haadha isaatti wanta hamaa dubbatu* haa ajjeefamu’+ jedheera. 11 Isin garuu akkana jettu: ‘Namni tokko abbaa isaatiin yookiin haadha isaatiin, “Wanti ani qabuu fi ittiin si gargaaruu dandaʼu hundi qurbaana dha (kennaa Waaqayyoof adda baafame dha)” yoo jedhe,’ 12 sana booda, abbaa isaatiif yookiin haadha isaatiif wanta tokko illee akka godhu isaaf hin heyyamtan.+ 13 Akka kanaan aadaa keessan isa dhalootaa dhalootatti dabarsitaniin dubbii Waaqayyoo gatii dhabsiistu.+ Wantoota kana fakkaatan hedduus ni raawwattu.”+

  • Qolosaayis 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Namni kam iyyuu, akka Kiristoositti utuu hin taʼin, akka aadaa namootaatti, akka wantoota jalqabaa addunyaatti, falaasamaa fi gowwoomsaa homaa of keessaa hin qabneen boojiʼee* akka isin hin fudhanne of eeggadhaa;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi