- 
	                        
            
            Yohaannis 4:49-51Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
49 Abbaan taayitaa mana mootummaa sunis, “Yaa Gooftaa, mucaan koo duʼuu isaa dura dafii naa kottu” isaan jedhe. 50 Yesuusis, “Dhaqi; ilmi kee fayyeera”+ isaan jedhe. Namichis wanta Yesuus itti hime amanee deeme. 51 Taʼus, utuu inni gad buʼaa jiruu, garboonni isaa itti dhufanii ilmi isaa akka fayye itti himan.
 
 -